Ina Lilahi Waina Ilayhi Rajiun
Innaa lillaahi wa innaa ilayhii raaji’uun
Dr. Yusuf Al-Qardawi passed away today at the age of 96. May Allah have mercy on him and grant him Januntul Firdaus.
Dr. Yusuf Al-Qardawi has written and contributed more than 120 books, he has had a great influence on the Muslims of the world in the “Asharia Wolhayat” event that was watched by more than 40 million live viewers on Al Jazeera TV channel, and he spoke openly on the issue of Muslim rights and as the president of the World Muslim Scholars Association. May they be able to rest. May they accept their hard work. May they rest in paradise.
Dr. Yusuf alqardaawiin umri isaani waggaa 96tti harra gara fuula Rabbi imalan. Rabbiin ija rahmataatin ha’ilaaluuni. Jannatal firdawsinis habadhaasuni.
Dr Yusuf Al-qardaawin kitaaboota 120 barressani gumaachun, TV al-jaziiraa irratti sagantaa “Al shari’a wal hayaat” jedhu irratti yeroo dheeraaaf dhihaaachun hordoftoota miliyoona 40 kan caaalanun hordofamun, mirgoota Muslimoota addunyaa irratti ifatti dubachun, akkasumas hogganaa ulamoota Muslimaa adunyaa ta’ un gahee yeroo dheeraaf xabatanin baraa ammaatti muslimoota adunyaa irratti haalaan nama dhibba ballaa uman turani. Rabbin tattaafi isaani irraa haqeebalu. Jaanatas habadhasuni.
Leave a comment